Deeggarsi namoomaa Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa erge naannoo Tigraay ga’e
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Deeggarsi namoomaa meeshaalee yaalaa, midhaan nyaataa fi meeshaalee Bishaan calalanii Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaan ergame naannoo Tigraay ga'uu…