Sadarkaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’e
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) - Sadarkaa garee Biyyaalessaa biyyoota addunyaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’eera.…