Barreessaa Olaanaan IGAD boqochuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoot Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinah Gabayyoohu boqochuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti…