Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Gaanaa…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har'a tapha deebii gita isaa Gaanaa waliin ni taphata.
Gareen Kubbaa…