Oduu biyya keessaa KFOn yaa’ii idilee 2ffaa gaggeessaa jira Ayana Dheressa Mar 26, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Koongiransiin Federaalawaa Oromoo yaa’ii idilee 2ffaa gaggeessaa jira. Yaa’icharratti hoggantoonnii fi miseensonni paartichaa godinaalee…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan 6 darbanitti walitti bu’iinsa namaa fi Arba gidduutti uumameen Arboonni 11 fi namoonni 4… Ayana Dheressa Mar 26, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 6 darbanitti Buufata Arbaa Baabbilleetti walitti bu’iinsa namaa fi Arba gidduutti uumameen Arboonni 11 fi namoonni 4 du’uu ibsame. Mariin…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni waldaalee hojii shammattootaa Shukkaara uummataaf qoodamu faayidaa mataasaaniif… Ayana Dheressa Mar 26, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Hojjettoonni waldaalee hojii shammattootaa Shukkaara uummataaf qoodamu faayidaa mataasaaniif oolchuuf yaalan to’atamuu poolisiin magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan deeggarsa namoomaa Ityoophiyaaf taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiste Ayana Dheressa Mar 26, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Chaayinaan mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadaniif dhiyeessii deeggarsa namoomaa ariifachiisuuf murtoo walitti…
Teeknooloojii Giddugalli Misooma Kalaqa Teeknooloojii ijaaramuuf ta’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 26, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Deeggarsa mootummaa Kooriyaan giddugalli Misooma Kalaqa Teeknooloojii ijaaramuuf ta’uu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hoggantootaa fi miseensota humna duula addaa fi humna eegumsaa Riippaabilikaaf sagantaan beekamtii… Ayana Dheressa Mar 26, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Hoggantootaa fi miseensota humna duula addaa fi humna eegumsaa Riippaabilikaa duula seera kabachiisuu, duula birmadummaa fi duula tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Bareessaa olaanaan DHMG mootummaan naannoo Tigraayiif deeggarsa namoomaa ariifachiisuuf murtoo… Ayana Dheressa Mar 26, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Bareessaa olaanaan DHaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez mootummaan Ityoophiyaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa namoomaa…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 82 olitti tilmaamaman qabaman Ayana Dheressa Mar 26, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Torban darbe meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 82 fi kuma dhibba 7 fi kuma 14 olitti tilmaamaman qabamuu Komishiniin Gumuruukaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa konkolaataa deddeebisa ummataarra qaqqabeen daa’ima tokko dabalatee lubbuun… Sifen Megersa Mar 25, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Balaa Tiraafikaa Konkolaataa deddeebisa ummataa magaalaa Dasee gara Saqoxaa imalaa turerra qaqqabeen daa'ima tokko dabalatee lubbuun namoota ammmaaf…
Oduu biyya keessaa Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa hatan to’ataman Sifen Megersa Mar 25, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa Birrii miiliyoona tokkotti tilmaamamu hatanii fi qabeenyicha isaan irraa bitan harkaaf harkatti…