Ispoortii Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa Finfinnee gale Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa Addunyaa bara Faranjootaa 2022 Kuwaatar dursee Waancaan addunyaa biyyoota garaagaraatti argisiisaaf dhiyaatu har’a…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa balallii gara Damaamitti taasiisu irra deebiin eegaluufi Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii gara Saa’uud Arabiyaa Damaamitti taasisu adda kutee ture irra deebiin eegaluuf ta’uu beeksise. Daandiin…
Oduu biyya keessaa Maallaqni garee ABUT’f geeffamaa ture kan Birriin miiliiyoonni 3 Magaalaa Qobootti to’atame Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Qobbootti maallaqni garee shororkeeessaa ABUT’f geeffamuuf ture Birrii miiliyoonni 3 to’annoo jala ooluu eerameera.…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni Baha Afrikaa Wiirtuu Aartii fi Aadaati – Obbo Dammaqaa Makonniin Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Biyyoonni Baha Afrikaa Wiirtuu Aartii fi Aadaa ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misooma Afrikaa qabeenya qonnaa fi bishaanii Ityoophiyaa misoomsuuf hojjechaa jiraachuu… Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Baankiin Misooma Afrikaa Ityoophiyaan qabeenya qonnaa fi bishaanii ishee misoomsuu fi guddisuuf tattaaffii taasiftu kan deeggaru ta’uu…
Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddaasaatiin durfamu yaa’ii fayyaa addunyaarratti hirmaachaa jiraachuun himame Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Vaayrasiin Koroonaa erga mudatee as yaa’iin fayyaa yeroo jalqabaaf Caamsaa 14, 2014 Siwiizarlaandi Jeneevaatti eegalameera. “Nageenya…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Amantaalee Idil Addunyaa 14ffaan Dohaatti taa’amuu eegale Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Yaa’iin amantaalee Idila Addunyaa 14ffaan mata duree “Haasaa jibbiinsaa akkataa barsiisa kitaaba qulqulluu fi amantaatiin” jedhuun Kuwaataar Dohaatti…
Biiznasii Qaamoleen gochaa seeraan alaa faayidaa biyyaalessaa balaarra buusanirraa of qusachuu qabu jedhame Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) –Fayyadamummaa hawaasaa fi biyyaa bifa faallessuun qaamoleen faayidaa dhuunfaa isaanii mirkaneessuuf tattaafatan gochaa isaaniirraa akka of qusatan…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan salgan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 458 ol walitti qabamuu… Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni 58 ol walitti qabamuu Ministeerri Albuudaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Kaatiriin Soozii fi Ambaasaaddaroonni biyyoota 5 Jigjigaa galan Sifen Megersa May 24, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2014 (FBC) – Itti Gaafatamaan Deeggarsa Namoomaa Dhaabbata Mootummootaa Gamtoomanii Dooktar Kaatiriin Soozii waliin Ambaasaaddaroonni Xaaliyaan, Jaappaan,…