Idil Addunyaa Raashiyaan Humna waraanaan Magaalaa Yuukreen Keersan to’atte Sifen Megersa Mar 3, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Raashiyaan Duula addaa Yuukreenirratti gaggeessaa jirtu guyyaa 7ffaan magaalaa Keersan to’achuu beeksiifte. Waraanni Raashiyaa…
Fayyaa Qaamolee Fayyaa Haadholee fooyyeesuuf hojjechaa jiraniif sagantaan beekkamtii laachuu fi… Sifen Megersa Mar 3, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Qaamolee Fayyaa Haadholee fooyyeesuuf Ministeera Fayyaa waliin hojjechaa jiraniif sagantaan beekkamtii laachuu fi galateeffannaa…
Ispoortii Atleet Gudaaf Tsagaayee fiigicha fageenyaa Meetira kuma 1 fi 500 Ispeeniitti gaggeeffameen… Sifen Megersa Mar 3, 2022 0 Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) –Fiigicha Tuurii Mana Keessaa addunyaa Viilaa Dii Maadriiditti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Koorniyaa lamaniinuu milkaa’an.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Obse Wakgari Mar 3, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 50ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera. Manni marichaa yaa’ii guyyoota lamaaf…
Oduu biyya keessaa Proofeeser Birhaanuu Naggaan magaalaa Jiinkaa galan Obse Wakgari Mar 3, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeser Birhaanuu Naggaan godina Oomoo Kibbaa magaalaa Jiinkaa galaniiru. Proofeesirichi qaamolee dameen barnoota…
Oduu biyya keessaa Liinkiin lammiilee Ityoophiyaa Yuukreen jiraatan akkaataa gara biyyoota ollaatti imaluu… Sifen Megersa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) –Jarmanitti Imbaaasiin Ityoophiyaa lammiileen Ityoophiyaa Yuukreen jiraatan akkaataa gara biyyoota ollaatti imaluu danda'an liinkii deeggarsa laatu…
Oduu biyya keessaa Ittaantuun Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Giddugala leenjii buna Ityoophiyaa daawwatan Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Jilli Ittaantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Maariyaanaa Seereetiin durfamu giddugala leenjii buna Ityoophiyaa daawwate.…
Idil Addunyaa Lammiileen Afrikaa sababa waraanaarraan kan ka’e Yuukreen irraa gara biyyoota birootti ce’uu yaalan… Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Lammiileen Afrikaa sababa waraanaarraan kan ka’e Yuukreen irraa gara biyyoota birootti ce’uu yaalan dhiibbaan sanyummaa isaanirra ga’uu ibsan.…
Idil Addunyaa Chaayinaan bara 2022 kanatti fooyya’iinsa gibiraa olaanaa taasisuuf ta’uu gabaafame Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Chaayinaan bara 2022 kanatti fooyya’iinsa gibiraa olaanaa taasisuuf ta’uu gabaafame. Biyyattiin bara 2022tti Doolaara biiliyoona 173.5 gibira…
Fayyaa Garaa dubartii tokko keessaa dhiitoon kiilogiraama 28 madaalu ba’e Ayana Dheressa Mar 2, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Diillaa Hospitaala Salaam jedhamutti tajaajila yaala baqaqsanii hodhuun garaa haadhaa tokko keessaa dhiitoon kiilogiraama 28 madaalu ba’u…