Godina Jimmaa magaalota 46 keessatti duulli qulqullina Magaalaa gaggeeffameera
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Godina Jimmaatti duulli qulqullinaa mata duree ' naannoo keenya haa qulqullissinu, sammuu keenyas jibbiinsaa fi wal qooduu irraa haa…