Faanaan bifa olaantumma biyyaa mirkaneessuun dhaloonni beekumsaan, artii fi namuusasaanii gabbisuuf…
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Faanaa Broodkaastiing Korpooreet bifa olaantumma biyyaa mirkaneessuun dhaloonni beekumsaan, artii fi namusasaa akka gabbisuuf gaheesaa bahaa jiraachuu…