Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Lammiilee Hongeedhaan miidhamaniif Deeggarsa Birrii Miliyoona 70…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa godinaalee Oromiyaatti Lammiilee Hongeen Miidhamaniif Deeggarsa Birrii Miliyoona 70 taasise.
Baankichi Yaa'ii waldaalee…