Baatiwwan shanan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 241 argame
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Baatiwwan shanan darban daldala Albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 41 argamuu Ministeerri Albuudaa beeksiise.…