Obbo Dammaqaan Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)-Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’ataniiru.…