Oduu biyya keessaa Miidiyaalee biyya Alaa 4’f akeekkachisni kenname Ayana Dheressa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa miidiyaalee biyya Alaa 4’f akeekkachisa kenne. Abbaan Taayitichaa miidiyaalee biyya alaa CNN, BBC, Reuters fi…
Oduu biyya keessaa Ejensiin nageenya Odeeffannoo dhaabbileen meeshaalee kominikeeshinii akka galmeessisan yaadachiise Ayana Dheressa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Ejensiin nageenya Odeeffannoo dhaabbileen meeshaalee kominikeeshinii akka galmeessisan yaadachiiseera. Ejensichi yaaddoo nageenyaa biyyattii eeguuf…
Oduu biyya keessaa Tokkummaan dhaabbannee injifachuun keenya oduu ammee hin ta’u -Abiy Ahimad Obse Wakgari Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) –Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad biyyatti wayita sodaan keessaa fi alaa muudateetti qabsoon hedduummachuu fi haalonni mijatoon dhabamuu danda’u jechuun…
Oduu biyya keessaa Shirri badii Gareen Shororkeessitootaa ABUT fi shaneen Finfinneetti qopheessanii turan fashalaa’uu… Ayana Dheressa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Shirri badii Gareen Shororkeessitootaa ABUT fi shaneen magaalaa Finfinneetti qopheessanii turan fashalaa’uu Komishiniin Poolisii Federaalaa fi Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Ergamtoonni gareen shororkeessaa ABUT naannoo qaraqaraa Beenishaangul Gumuuzitti barbadaa’uu ibsame Ayana Dheressa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Ergamtoonni gareen shororkeessaa ABUT naannoo qaraqaraa Beenishaangul Gumuuzitti barbadaa’uu poolisiin naannichaa ibseera. Garicha barbadeessuu fi…
Idil Addunyaa Afrikaa Bahaatti hongee cimaan muudachuu akka danda’u DhMG fi IGAD hubachiisan Ayana Dheressa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Afrikaa Bahaatti hongee cimaan muudachuu akka danda’u Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa akeekkachiisa laatan.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti balaalliin naannoo qilleensa taasifamuu kamiyyuu nageenyummaan isaa kan eegamee fi… Obse Wakgari Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti balaalliin naannoo qilleensa taasifamuu kamiyyuu nageenyummaan isaa kan eegamee fi amansiisa ta’uu Abbaan Taayitaa Siviil Aviyeeshiinii…
Oduu biyya keessaa Muftii Hajii Umar Idiriis Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eemireetota Araba Gamtoomanii waliin… Ayana Dheressa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eemireetota Araba Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Magaalaa Jigjigaa fi Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa lammiilee qa’ee fi qabeenya… Ayana Dheressa Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Magaalaa Jigjigaa fi Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Ityoophiyaa lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu…
Teeknooloojii Chaayinaatti doonii nama maleessaa 5G yaalii qilleensarra bolooli’uu taasise Obse Wakgari Nov 19, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Kibbaa Lixaa Chaayinaatti doonii nama maleessaa 5G yaalii qilleensarra bolooli’uu taasise xumuramuu ibsameera. Dooniin bolooli’aan kun gara…