Ulaagaaleen mirkaneessa ga’umsa 52 irraa gara 10tti akka gadi bu’u taasifame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Ulaagaaleen mirkaneessa ga’umsa daldala dura 52 turan gara 10tti gadi bu’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…