Jiraattoonni godina Omoo Lixaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shanee balaaleffataan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Omoo Lixaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shanee magaalaa Jamuutti hiriira ba’uun balaaleffataaniiru.
Jiraattoonni kunneen dhiibbaa…