Irreechi Hora Finfinnee fi Hora Arsadee Fulbaana 22 fi 23 kan kabajamu ta’uu Gamtaan Abbootii Gadaa…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee Fulbaana 22, kan Hora Arsadee Fulbaana 23, 2014 kan kabajamu ta’uu Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo beeksiise.
Akkaataa…