Oduu biyya keessaa Jiraattoonni aanaa Addaa Burjii Raayyaa Ittisaaf sangoota 22 arjooman Sifen Megersa Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Jiraattoonni aanaa Addaa Burjii maallaqaa fi Akaakuu Birrii miiliyoona 8tt tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti qophii filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamurratta mariin taasifame Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Naannoo Somaaleetti qophii filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamurratti mariin taasifameera. Itti aanaa Preezdaantiin naannichaa obbo Musxafee Mahaammad…
Oduu biyya keessaa Guddataan Ityoophiyaa qormaata idil addunyaa qabxii olaanaa galmeesse Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Lammiin Ityoophiyaa Naatinaa’eel Mulgeetaa jedhamu qormaata Kaambrijii idil addunyaa qabxii olaanaa galmeesseera. Jireenyummaan isaa Afrikaa Kibbaa…
Oduu biyya keessaa Haala Kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2014 irratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) –Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee fi Hora Arsadii bara 2014 haala akkamiin kabajamuu akka qabu ilaalchisee Abbootiin Gadaa Magaalaa Adamaatti mari’achaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaa fi Kibbaatti barattoota barnoota adda kutan barnootaatti deebisuuf qooda… Sifen Megersa Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Kibbaatti barattoota sababoota garaagaraan barnoota adda kutan barnootaatti deebisuuf qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Mariin Ityoophiyaatti filannoowwan invastimantiirratti xiyyeeffatee gaggeeffame Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Xaaliyaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dammituu Hambisaa koree walitti dhufeenya idil-addunyaa mana maree daldalaa Giriik Niilolaawoloos Vaaziloo waliin…
Oduu biyya keessaa Koreen Olaanaa Komaand poostii qaal’insa gabaa marii gaggeessaa jira Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Koreen Olaanaa Komaand poostii qaal'insa gabaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala qabatamaa qaal'insa jireenyaa fi furmaanni maal ta’uu qabaarratti…
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2021/22 har’a galgala ni eegalama Sifen Megersa Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Taphoonni shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2021/22 Kilaboota ramaddii E hanga Htti jiran gidduutti har’a galgala ni eegalama. Taphoonni…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan ejjennoon isheen Ityoophiyaarratti qabattee Afrikaa Bahaarratti shororkeessummaa kan… Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Ameerikaan ejjennoon isheen Ityoophiyaarratti qabattee Afrikaa Bahaarratti shororkeessummaa kan babaldhisuu ta’uu ogeessii seeraa obbo Wubshaat Mulaat…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Leenjii Loltummaa Xollaay loltoota leenjii bu’uuraa fudhataa turan eebbisiise Sifen Megersa Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Giddugalli Leenjii Loltummaa Xollaay loltoota mana barumsaa leenjii kabaja olaanaatti leenjii loltummaa bu’uuraa fudhataa turan eebbisiiseera.…