Oduu biyya keessaa Dippiloomaatoof leenjiin laatamuu eegale Sifen Megersa Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Ministeerri Dhimma Alaa Dippiloomaatoof leenjii kennuu eegaleera. Leenjichi guyyoota 10f itti fufiinsaan kan laatamu yoo ta'u, dhimmoota idil addunyaa,…
Oduu biyya keessaa Barri haaraan qormaatilee keessaa fi alaa darbuun seenaa haaraa kan itti galmeessinu ta’a… Sifen Megersa Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) -Barri haaraan qormaatilee keessaa fi alaa darbuun seenaa haaraa kan itti galmeessinu akka ta'e Ministir Deettaan Ministeera Nageenyaa Aadde Warqinash…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Kaamaashii ergamtoota garee ABUT irratti tarkaanfii cimaan akka fudhatamu gaafatan Sifen Megersa Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Jiraattoonni naannoo Beenishaanguul Gumuz Godina Kamaashii ergamtoota garee ABUT irratti tarkaanfii cimaan akka fudhatamu gaafatan. Jiraattoonni…
Biiznasii Shamattoonni magaalaa Finfinnee gabaa bara haaraaf bittaa fi gurgurtaa Birrii miiliyoona 201… Sifen Megersa Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattootaa magaalaa Finfinnee gabaa bara haaraaf bittaa fi gurgurtaa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 1 olii…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraatti manneen barnoota 260 guutuummaa guutuutti barbadeesse Obse Wakgari Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraatti manneen barnoota 260 guutuummaa guutuutti barbadeessuu Biiroon Barnoota naannoo Amaaraa beeksiseera. Gareen…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Malaakuun durfamu lammiile Maayixabirii buqqa’aniif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) – Jilli abbootii qabeenyaa Ministira Ministeera Daldalaa fi Indastirii obbo Malaakuu Allebaliin durfamu lammiile Maayixabirii buqqa’aniif deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaa deeggarsa Birrii miiliyoona 25 naannoo Affaariif taasise Obse Wakgari Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Naannoo Kibbaa lammiilee nagaa naannoo Affaar sababa waraanaa gareen shororkeessaa ABUT qaqqabsiiseen buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25…
Oduu biyya keessaa Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ministira Ministeera Inarjii Keeniyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ministira Ministeera Inarjii Keeniyaa Charlas Keetar…
Teeknooloojii Manatsarii kaameeraan Feesbuukii hidhameef ifoome Obse Wakgari Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Fuulli beekkamaan Miidiyaan hawaasummaa Feesbuukiin Manatsarii addaa Kaameeraan hidhameef hojjetee gabaaf dhiyeessuun isaa dhaga’ameera. Manatsarichi…
Oduu biyya keessaa Obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Samaraa galan Obse Wakgari Sep 13, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Itti aanaan Preezdaantiin naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw, hogganaan paartii badhaadhinaa naannoo kibbaa Obbo Xilaahuun Kabbadaa akkasumas hoggantoonni…