Idil Addunyaa Zaambiyaatti filannoon Preezdaantummaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Zaambiyaatti guyyaa har’aa filannoon Preezdaantummaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Komishiniin Boordii Filannoo Zaambiyaa filannoo haqa…
Biiznasii Magaalichatti baatii tokko keessatti galiin Birriin biiliyooni 5.8 ol walitti qabame Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatii Adooleessaa keessa galiin Birriin biiliyooni 5.8 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksiiseera.…
Ispoortii Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’eef simannaan… Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’e wayita Buufata Xiyyaaraa idil- Addunyaa Boolee ga’u simannaan…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat ergamaa addaa sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC) –Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil ergamaa addaa daayreektera olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Raamiiroo Looppeez Daa Siilvaa waliin…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Hararii naannoo Afaariitti haleellaa lammiilee nagaarra qaqqabe gaddi itti… Sifen Megersa Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Hararii naannoo Afaariitti haleellaa gareen ABUT lammiilee nagaa iddoo turtii yeroo keessa turanirra qaqqabsiiseef gaddi itti dhaga'amuu…
Oduu biyya keessaa Gareewwan shororkeessitoota Shanee fi ABUT hojii badii dhoksaatti raawwataa turan itti fufsiisuuf… Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Gareewwan shororkeessitoota Shanee fi ABUT hojii badii dhoksaatti raawwataa turan itti fufsiisuuf waliigaluu beeksisaniiru. Mana Maree Bakka Bu’oota…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon humnoota Juuntaa fi ergamtootaa isaa tokkummaa uummattoota biyyatti ni… Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa haala yeroo irratti addatti OBN waliin turtii taasisaniiru. Guutuun ibsichaa…
Oduu biyya keessaa Daandii Baakkoo-Shaambuurratti balaan sigiga lafaa mudate Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Daandii Baakkoo-Shaambuurratti balaa sigiga lafaa mudatee hordofee rakkoo tiraafikaa mudatee furuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame. Gosti biyyee naannichi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraa ajjeechaa sukanneessaa garee ABUT lammiilee nagaarratti raawwateef gadda itti… Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaa naannoo Amaaraa ajjeechaa sukanneessaa garee ABUT lammiilee nagaarratti raawwateef gadda itti dhaga’amee ibseeera. Gareen…
Biiznasii Komishinar Lalisee Namee miseensoota fooramii biiznasii Hindi waliin mari’atan Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Komishinarri Komishinii Invatsimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee miseensoota fooramii biiznasii Hindi waliin mari’ataniiru. Turtii isaaniin invastaroota…