Teeknooloojii Abbaan Taayitichaa buufatalee reediyoo 76’f eeyyama laate Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa buufatalee reediyoo 76’f eeyyama tamsaasaa laachuu ibseera. Abbaan Taayitichaa eeyyama laachuu buufatalee…
Fayyaa Dagannaan weerara vaayrasii koroonaa na yaaddeessera-Ministeera Fayyaa Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Dagannaan weerara vaayrasii koroonaa na yaaddeessera jechuun Ministeerri Fayyaa ibseera. Ministirr Deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT haleellaa Gaalikoomaatti raawwate hordofee guyyoota sadiif gaddi labsamu… Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Naannoo Affaariitti gareen shororkeessaa ABUT haleellaa Gaalikoomaatti raawwatee hordofee guyyoota sadiif gaddi labsamuu ibsameera. Gareen…
Oduu biyya keessaa Hiriirri deeggarsa Raayyaa ittisa biyyaa fi balaaleffannaa garee ABUT godina Harargee Bahaatti… Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Hiriirri deeggarsa Raayyaa ittisa biyyaa fi balaaleffannaa Garee ABUT Godina Harargee Bahaatti gaggeeffamaa jira. Hiriirri Aanaalee godinichaa 20 fi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti humnoonni adda leenjii hundagalessaa leenji’aa turan ebbiifaman Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Komishiniin poolisii naannoo Amaaraa humnoota adda leenjii hundagalessaa leenjisaa ture ebbisiiseera. Garee shororkeessaa ABUT gochaa badii…
Oduu biyya keessaa Birshalaqootti sirni baniinsa leenjii loltummaa marsaa 34ffaa gaggeeffame Obse Wakgari Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Manni Barnootaa loltummaa bu’uraa fi leenjii Birshalaqoo sirni baniinsa leenjii loltummaa marsaa 34ffaa gaggeeseera. Sirna eebbichaarratti haasa…
Oduu biyya keessaa Imbaasichi tajaajila idilee laachurratti argama – Ambaasaaddar Futsum Araggaa Sifen Megersa Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Imbaasiin Ityoophiyaa Ameerikaa Waashingitan DCtti argamu tajaajila idilee laachaa jiraachuu Ameerikaatti Ambaasaaddari Ityoophiyaa Futsum Araggaan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Jimmaa ogeeyyii yaala Fayyaa tajaajila yaala Fayyaa laachuuf gara adda waraanaa… Sifen Megersa Aug 10, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitii Jimmaatti Inistiityuutiin Saayinsii Fayyaa ogeeyyii yaala Fayyaa kaka'umsa isaaniin tajaajila yaala Fayyaa laachuuf gara adda waraanaa imalan…
Oduu biyya keessaa Harargee Lixaatti Proojektoonni garaagaraa eebbifaman Sifen Megersa Aug 10, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Harargee lixaa Aanaa Odaa Bultumitti proojektoonni garagaraa 7 Birrii miiliyoona.40 oliin hojjatamaa eebbifaman. Godina Harargee Lixaa Aanaa Odaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan deeggarsa talaallii Covid -19f taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite Sifen Megersa Aug 10, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Chaayinaan Ityoophiyaa dabalatee biyyoota garaagaraaf deeggarsa talaallii Covid -19f taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiifte.…