Uncategorized Ityoophiyaatti Manni Maree qulqullina barnoota olaanoo hundaa’e Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti Manni Maree qulqullina barnoota olaanoo har’a ifatti hundaa’uu ibsame. Sagantaa hundeeffama mana…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Biyyoolessaa mata duree ‘Qorannoo Aadaa Gujii’ jedhuu Yuunvarsiitii Bulee Horaatti… Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Fooramiin Biyyoolessaa mata duree ‘Qorannoo Aadaa Gujii’ jedhuu Yuunvarsiitii Bulee Horaatti gaggeeffameera. Fooramicha irratti waraqaaleen qorannoon 20…
Oduu biyya keessaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Isiraa’eel waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Iitaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Isiraa’eel Allelinyi Admaasuu waliin…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin biyyoolessaa mata duree ”jaarsa indaastirii konistiraakshiini bu’a qabeessaa… Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)-Misoomni Magaalaa fi Konstiraakshinii ''yaa’ii biyyoolessaa mata duree jaarsa indaastirii konistiraakshiini bu’a qabeessaa badhaadhinaa Ityoophiyaaf''…
Ispoortii Kilabni Qidduus Giyoorgis taphattoota ciccimoo garichaa 4 hojiirraa dhorke Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Kilabni Qidduus Giyoorgis sababa namuusaan Geetaanaa Kabbadaa, Aschaalew Taammanaa, Gaaddisaa Maabraatee fi Muluuleem Masfin garee olaanaa keessa dhorkuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lafa Hektaara 138 misoomsitootaaf dabarse Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lafa Hektaara 138 misoomsitootaaf dabarsuu beeksiise. Bulchiinsi magaalichaa fedhii lafaa daraan dabalaa dhufeef…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan yaa’ii Afrikaa Raashiyaa keessummeessuuf fedhii qabdu ibsite Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)-Ityoophiyaan bara Faranjootaa 2022 kan gaggeeffamuu yaa’ii Afrikaa Raashiyaa 2ffaa keessummeessuuf fedhii qabdu ibsiteetti. Itti aanaan Muummee…
Biiznasii Baankiin Addunyaa deeggarsa Doolaara miiliyoona 907 taasiisuuf Ministeera Maallaqaa waliin… Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Baankiin Addunyaa Proojektoota Ityoophiyaatti hojjetaman sadiif kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 907 taasiisuuf Ministeera Maallaqaa waliin…
Idil Addunyaa Homboboleessi kana dura hinbaramne gara Taanzaaniyaatti dhiyaachaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Homboboleessi kana dura hinbaramne gara Taanzaaniyaatti dhiyaachaa jiraachuu ibsameera. Kibba Garba Hindiitii Homboboleessi cimaan Jooboo…
Oduu biyya keessaa Yaalii gareen ABUT biyyaa ba’uuf taasisaan Raayyaa Ittisa Biyyaatin fashalaa’eera-L/J Baacaa Dabalee Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Gareen ABUT hedduun isaanii gara alaatti ba’uuf wayita yaalaan barbadaa’uu fi muraasni ammoo holqa turanitti deebi’uu Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti…