Filannoon bara kanaa Ityoophiyaaf boqonnaa haaraadha- obbo Dastaa Leedaamoo
Finfinnee, Eebla 14, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Sidamaa obbo Dastaa Leedaamoo filannoon bara kanaa Ityoophiyaaf boqonnaa haaraadha jechuun ibsan.…