Korporeeshiniin Manneen Federaalaa hanqina manneen jireenyaa magaalaa salphisuuf carraaqqiin taasisu…
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Korporeeshiniin Manneen Federaalaa hanqina manneen jireenyaa magaalaa salphisuuf carraaqqiin taasisu gaarii tahuu…