Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan.…