Sudaan daangaa Ityoophiyaa weeraruun ishee nageenya gaanfa Afrikaa balaarra buuseera – Ministeera…
Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) – Dura teessuun yeroo Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Sudaan daangaa Ityoophiyaa weeraruun ishee nageenya gaanfa Afrikaa balaarra kan buusu ta’uu…