Magaalaa Burraayyuutti Boombiin Harkaa 4 fi Fanjiin 1 qabame
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Burraayyuutti Boombiin Harkaa 4 fi Fanjiin boba'aan 1 qabameera.
Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa kunneena eeruu hawaasaan ganda…