USAID waggoot shanan darbaniitti Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 2 taasiise
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Dhaabbanni gargaaraasaa Ameerikaa ‘USAID’ waggoottaan shanan darbaniitti Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 2 taasiisuu ibsameera.…