Oduu biyya keessaa Manni maricha boru walga’ii idilee 7ffaa ni gaggeessa Sifen Megersa Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa boru ni gaggeessa jedhameera. Ajandawwaan 5 irratti kan…
Biiznasii Baatiwwan shanan darbaniitti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 1.33 argamuu… Obse Wakgari Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Baatiwwan shanan darbaniitti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 1.33 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii ibseera.…
Oduu biyya keessaa Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa dhimmoota daangaa Ityoo-Sudaan 2ffaa Sudaan Kaartuumitti… Obse Wakgari Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa dhimmoota daangaa Ityoo-Sudaan 2ffaa Sudaan Kaartuumitti guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurame. Qaamoleen…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha gaazexeessaa, Artiistii fi qorataan afaanii Ibraahiim Haji Aliin raawwate Obse Wakgari Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha Gaazexeessaa, Artiistii fi qorataan guddina Afaan Oromoo Ibraahiim Haji Aliin har’a raawwateera. Ibraahiim Haji Aliin Hagayya 2012…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen proojektoota Gamtaa Afrikaa Finfinneetti ijaarramaan ilaalchisee Gamtaa… Obse Wakgari Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen proojektoota Gamtaa Afrikaa Finfinneetti ijaarramaan ilaalchisee Gamtaa Afrikaatti…
Oduu biyya keessaa Qormaata kutaa 12ffaaf kan oolu Taableetoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 50 hanga xumura baatii… Sifen Megersa Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Qormaata kutaa 12ffaaf kan oolu Taableetoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 50 hanga xumura baatii Muddeetti biyya keessa kan galan ta’uu Ministeerri Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroon dippiloomaasii Ityoo – Ameerikaa fayyadamummaa waloo bifa eegeen itti fufa- Ambaasaaddar… Sifen Megersa Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) – Hariiroon dippiloomaasii Ityoo – Ameerikaa fayyadamummaa waloo bifa eegeen kan itti fufu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti kana dura rakkoo nageenyaa mudateerratti hirmaataniiru kan jedhaman hoggantoonni… Obse Wakgari Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Naannoo Kibbaatti kana dura rakkoo nageenyaa mudateerratti hirmaataniiru kan jedhaman hoggantoonni 711 itti gaafatamummaa isaaniirra kaafamuu itti…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Qidduus Giyoorgis magaalaa Hawaasaa… Sifen Megersa Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Qidduus Giyoorgis Hawaasaa 4 fi 1 injifateera.…
Oduu biyya keessaa Israa’eel waggaa 2 keessatti filannoo yeroo 4ffaaf gaggeessuufi Obse Wakgari Dec 23, 2020 0 Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Israa'eel waggaa 2 keessatti yeroo 4ffaaf filannoo gaggeessuufi jedhame. Israa'eel filannoo gaggeessuuf kan dirqamteef walta'iinsi mootummaa amma…