Rakkoo nageenyaa godina Matakkaliti muudatee ture waaraan furuuf mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) – Rakkoo nageenyaa naannoo Beenishaanguul Guumz godina Matakkalitti muudatee ture waaraan furuuf mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
…