Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e. Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaa’ii 8ffaa bara hojii 1ffaa Itti…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa meeshalee ittisa vaayrasii koroonaa Doolaara kuma dhibba 5tti tilmaamamu… Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Mootummaan Kooriyaa Kibbaa meeshalee ittisa vaayrasii koroonaa Doolaara kuma dhibba 5tti tilmaamamu deeggarsaan laate. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni haada sarara elektirikaa hatan harkaaf harkatti to’ataman Obse Wakgari Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) –Shakkamtoonni 3 haada sarara elektirikaa manneen waliin jireenyaa haaraa ijjaarraman keessaa hatan harkaaf harkatti qabamuu qajeelchi poolisii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti namoonni 182 vaayrasii koroonaatin qabamuu ibsame Obse Wakgari Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 182 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Oduu biyya keessaa Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa dhaabbata Gooldi Maayniingii Sidaamaa… Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) -Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa dhaabbata Gooldi Maayniingii Sidaamaa daawwatan. Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin barnootaa idil addunyaa gaggeeffama jira Obse Wakgari Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetahuun Makuriyaa yaa’ii barnootaa idil addunyaa viidiyoo konfiraansiin hirmaata jiru.…
Oduu biyya keessaa Baatii tokkotti gurgurtaan konkolaataa fi manaa Birrii biiliyoona 2.8 ol karaa baankiin… Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Baatii tokkotti gurgurtaan konkolaataa fi manaa Birrii biiliyoona 2.8 ol karaa baankiin raawwatameera. Baatii tokkotti gurgurtaan konkolaataa fi…
Oduu biyya keessaa Adaamaatti gamoon jiguun lubbuun namoota 4 darbe Obse Wakgari Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti gamoon jiguun lubbuu namoota 4 darbuu poolisiin beeksise. Qajeelcha poolisii bulchiinsamagaalichaatti ogeessii…
Oduu biyya keessaa Lammii Kuraa kutaa magaalaa Finfinnee 11ffaa ta’uun ragga’e Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) -Manni Maree Finfinnee Lammii Kuraa kutaa magaalaa Finfinnee 11ffaa ta’uun ragga’e. Manni maree Bulchiinsa magaalaa Finfinnee olmaa isaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen garagaraa deeggarsa maaddii biyyaaf taasisaa jiru Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Dhaabbileen garagaraa deeggarsa maaddii biyyaaf taasisaa jiru. Dhaabbileen garagaraa waamicha muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…