Oduu biyya keessaa Ibsa haala yeroo bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa Sifen Megersa Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisuun ibsa laatera. Ummanni fi mootummaan naannichaa dhimmoota naannoo fi…
Idil Addunyaa Haleellaa Moqaadishootti qaqqabeen lubbuun namoota 16 darbe Sifen Megersa Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Magaalaa guddoo Soomaaliyaa Moqaadishootti haleellaa Hooteelarratti raawwatameen lubbuun namoota 16 durbuu himame. Haleellaa qaqqabe…
Oduu biyya keessaa Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa haala waqtaawaarratti mari’achuudhan kallattii… Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa haala waqtaawaarratti mari'achuudhan kallattii kaa'e. Paartichi ibsa isaatin gufuulee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaanguul Guumzitti maddi anniisaa Birrii miiliyoona 25.9 oliin ijaarrame ebbifamuun… Sifen Megersa Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumzitti maddi anniisaa Birrii miiliyoona 25.9 oliin ijaarrame ebbifamuun tajaajila laachuu eegale. Proojaktichi godina…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa obbo Jawaar Mahaammadfaa irratti ragaalee qorannaan duraa dhageessisuuf beellama… Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Manni murtichaa obbo Jawaar Mahaammadfaa dabalatee shakkamtoota 8 irratti ragaalee qorannaan duraa dhageessisuuf beellama jijjiirramaa laate. Manni…
Oduu biyya keessaa Labsii ariifachiisaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’erratti qaawwi akka jiru ibsame Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Labsii ariifachiisaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ba'erratti qaawwi akka jiru ibsame. Itti gaafatamaan Prees Sakreetaariyaatii Waajjira Muummee…
Idil Addunyaa Ameerikaatti hammi hoo’aa daraan olaanaa ta’e galmaa’uu himame Sifen Megersa Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ameerikaatti hammi hoo’aa akka addunyaatti isa olaanaa ta’uu danda’u galmaa’uu himame. Ameerikaa bulchiinsa Kaaliifoorniya Paarkii Deez…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalataa 224 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 224 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Afaaritti namoonni balaa lolaatif saaxilaman, vaayrasii koroonaaf akka hin saaxilamne hojjetamaa… Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Naannoo Afaaritti namoonni balaa lolaatif saaxilaman, weerara vaayrasii koroonaaf akka hin saaxilamne hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qindeessaa Ittisa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilichi obbo Lidatuu Ayyaaleew Shugguxii hin hidhachiisne jedhe Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya Biyyoolessaa obbo Lidatuu Ayyaaleew Shugguxii hin hidhachiisne jedhe. Shugguxiin obbo Lidatuun…