Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Hararii yaa’iisaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii yaa'ii idilee 2ffaa, marsaa 5ffaa, bara 5ffaasaa gaggeessaa jira. Manni marichaa gabaasa raawwii baajata bara…
Idil Addunyaa Ameerikaatti lakkoofsi namoota koroonaatin lubbuun isaanii darbe kuma dhibba 1 fi kuma 70 darbe Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ameerikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin lubbuun isaanii darbe kuma dhibba 1 fi kuma 70 darbe. Lakkoofsi namootaa kaleessa…
Oduu biyya keessaa Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Waldaa Fannoo Diimaa Neezarlaandis waliin deeggarsa laatan Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Waldaa Fannoo Diimaa Neezarlaandis waliin ta'uudhan deeggarsa tilmaama Birrii miiliyoona 1.6 qabu laatan.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Nageenyaa dhaabbilee waamamoo, caasaa nageenyaa naannolee fi bulchiinsota magaalaa… Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa dhaabbilee waamamoo, caasaa nageenyaa naannolee fi bulchiinsota magaalaa waliin mari'ate. Marichi guyyootii 6f…
Ispoortii Maanchiisteer Yuunaayiitiid Liigii Awrooppaa ala ta’e Sifen Megersa Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa eda galgala taphatameen Maanchiisteer Seeviyaan injifatamuun liigichaa ala ta’e. Seeviyaan 2-1 Maanchiisteer…
Balballoommii fi yaada Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Shaashamanneetti namoota miidhaan irra ga’eef deeggarsa laate Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Shaashamanneetti namoota miidhaan irra ga'eef deeggarsa laate. Deeggarsichi meeshaalee adda addaa kan Birrii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi madda anniisaa aduu Gaambeellaa %74rra ga’e Obse Wakgari Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ijaarsi madda anniisaa aduu Gaambeellaa %74rra ga'e. Proojaktichi Doolaara Ameerikaa kuma dhibba 4 fi kuma 25 ijaarramaa jira. …
Idil Addunyaa Niwuzlaand sababa weerara vaayrasii koroonaan filannoo dheereessite Sifen Megersa Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Niwuzlaand Jacinda Ardern weerarri Covid-19 irra deebiin muul’achuu isaan filannoon torbee 4f akka dheeratu labsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyoota sadee dhimma Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamuu eegale Sifen Megersa Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Mariin dhimma Hidha Haaroomsa Guddichaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gidduutti gaggeeffamu guyyaa kaleessaa eegalameera. Mariin sadee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 982 Vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbeera Sifen Megersa Aug 17, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa 982 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbuu Ministeerri…