Idil Addunyaa Sudaanitti balaa lolaan lubbuun namoota 65 darbe Obse Wakgari Aug 16, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Sudaanitti robaa cimaa fi balaa lolaa qaqqabeen lubbuun namoota 65 yoo darbu, manneen kumni 14 ol ammo barbada’uu mootummaan biyyatti beeksise.…
Fayyaa Dorgommiin hubannoo uumuu itti fayyadama maaksii fi duula biyyaaleessa tumsu ifoome Obse Wakgari Aug 16, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) –Ministeerri Fayyaa dorgommii hubannoo uumuu itti fayyadama haguuggii fuulaa fi duula biyyaaleessa tumsu ifoomseera. Duulli faayida haguugdu fuulaa fi…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalataa 185 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Obse Wakgari Aug 16, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 185 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Idil Addunyaa Addunyaarratti guyyaa tokkotti namoonni 294,000 COVID-19 qabaman Obse Wakgari Aug 16, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Adduunyaarratti sa’a 24 darbee keessatti namoonnii 294,000 vaayrasii koroonaan qabamuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise. Lakkoofsichiis olaanaa…
Oduu biyya keessaa Olancitiitti proojektiin koolleejjii BLTO Birrii miiliyoona 10.2 ijarramee eebbifame Obse Wakgari Aug 16, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Godina Shawaa bahaa aanaa Boosatitti Proojektiin koolleejjii BLTO magaalaa Olancitii ijarraama ture eebbifameera. Proojektichi baajata mootummaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan ‘maaddiin biyyaaf’ jedhu ifoome Obse Wakgari Aug 16, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Sagantaa ‘maaddiin biyyaaf’ jedhuun Ityoophiyaannonni, dhalattoonni Ityoophiyaa fi firoottan Ityoophiyaa yerootti Ashaaraa badhaadhina Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Kolleejjiin poolisii Oromiyaa qodaaltota poolisii saayinsii ittisa yakkaa fi koominitii poolisingiin… Obse Wakgari Aug 16, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) –Kolleejjiin poolisii Oromiyaa qodaaltota poolisii saayinsii ittisa yakkaa fi koominitii poolisingiin yeroo jalqabaaf sadarkaa digirii fi dippiloomaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1652 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 17 darbeera Obse Wakgari Aug 16, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa 1652 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 17 darbu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Hidha haaromsaa haqqummaa biyyoota yaa’insaa fi fayyadamummaa waliinii kan cimsu ta’uu obbo… Wabi Fufa Aug 15, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Ijaarsi Hidha haaromsaa haqqummaa biyyoota yaa’insaa fi fayyadamummaa waliinii kan cimsu ta’uu Ministirri Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaw ibsa.…
Oduu biyya keessaa Tatamsa’ina vaayrsii koroonaa ittisuuf odeeffannoowwan hubannoo hawaasaa gaabbisaanii fi… Wabi Fufa Aug 15, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Tatamsa'ina vaayrsii koroonaa ittisuuf odeeffannoowwan hubannoo hawaasaa gaabbisaanii fi jijjirama amalaa fidan hojjachurratti hojiin kominikeeshini cimuu…