Magaalichatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 661 ga’e
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoota guyyaa har’aa vaayrasii koroonaan qabamuun isaanii mirkanaa’e 109 keessaa namoonni 105 tuttuqaas ta’ee seenaa imalaa hin…