Nyaanni Loonii akka malee qaala’uu hordofee aannan oomishuu dhaabuuf dirqamaa jirra –…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC) – Nyaanni Loonii akka malee qaala'uu hordofee aannan oomishuu dhaabuuf dirqamaa jirra jedhan jiraattoonni Godina Shawaa Kaabaa.
Gatii aannanii caalaa…