Oduu biyya keessaa Paartichi cimee ba’uuf gamaaggama gaggeessuu ifoomse Obse Wakgari Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa laafinasaa sirreessuun cimee ba'uuf gamaaggama gadi fagoo gaggeessuu ifoomse. Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa guyyoottan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalataa 64 vaayrasii koroonaatin qabaman Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 64 vaayrasii koroonaatin qabamuu ibsameera. Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darben…
Oduu biyya keessaa Obbo Jawaar Mahaammadfaan abbaan seeraa nuuf yaa kaafamuun gaaffii dhiyeessan Obse Wakgari Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Obbo Jawaar Mahaammadfaan abbaan seeraa nuuf yaa kaafamuun gaaffii dhiyeessan. Galmee obbo Jawaar Mahaammadfaarratti Abbaan Alangee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Somaalee jiraattoota naannoo Afaar balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa taasise Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Somaalee jiraattoota naannoo Afaar balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa taasise. Akka Biiroon dhimmoota koomiiniikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Afaar yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar yaa’ii idilee 10ffaa bara hojii 5ffaa magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera. Preezdaantiin naannoo Afaar obbo…
Oduu biyya keessaa Hoggansi godina Walaayittaa rakkoo nageenyatiin shakkaman to’atamuun ibsame Obse Wakgari Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Hoggansi godina Walaayittaa rakkoo nageenyatiin shakkaman to'atamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Naannoo Kibbaa beeksise. Biirichi akka…
Balballoommii fi yaada Manni murtichaa gaaffiin mirga wabii sababii fayyaatin obbo Lidatuu Ayyaaleew dhiyeessan fudhatama… Obse Wakgari Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti Manni Murtii aanaa Bishooftuu gaaffiin mirga wabii sababii fayyaatin obbo Lidatuu Ayyaaleew dhiyeessan fudhatama hin qabu jedhe.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti proojaktoonni gara hojiitti galan lammiilee kuma dhibba 1 fi kuma 60f carraan… Sifen Megersa Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti proojaktoonni gara hojiitti galan lammiilee kuma dhibba 1 fi kuma 60f carraa hojii uumuu himame. Proojaktoonni…
Biiznasii Boba’aa xiyyaaratiin ala gosootni boba’aa kaan gatuma duraatin gabaadhaf ni dhiyaatu Obse Wakgari Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Boba'aa xiyyaaratiin ala gosootni boba'aa kaan gatuma duraatin gabaadhaf ni dhiyaatu. Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii FDRI akka…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz dhimmoota naannoo fi haala waqtaawaarratti… Obse Wakgari Aug 10, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz dhimmoota naannoo fi haala waqtaawaarratti mari'achaa jira. Waltajjichaan dhimmoota nageenya…