Oduu biyya keessaa Hawaasaatti meeshaan seeraan alaa 29 to’atame Obse Wakgari Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) –Magaalaa Hawaasaatti meeshaan seeraan alaa 29 to'atame. Qajeelchi Poolisii Magaalaa Hawaasaa akka beeksisetti meeshaan seeraan ala dabarfamaa ture,…
Fayyaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf imala gara Chaayinaa dhaabuun sirrii akka hin taane Dhaabbanni… Obse Wakgari Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf imala gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun sirrii akka hin taane Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681to’atame Obse Wakgari Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681 to’atameera. Meeshaaleen kunneen giddugala Goondar aanaa Taach Aarmaacoo…
Idil Addunyaa Biyyoonni gaazii ergan sababa vaayirasii koroonaan oomisha isaanii hir’isuufi Wabi Fufa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Biyyoonni gaazii ergan sababa vaayirasii koroonaan oomisha isaanii hir’isuufi waldaan biyyoota gaazii oomishanii fi erganii (OPEC) fi tumsitoonni…
Idil Addunyaa Vaayirasiin Koroonaa biyyoota miseensa IGAD irra miidhaa akka hin qaqqabsiifneef hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Mootummootni Misooma Baha Afrikaa (IGAD) Vaayirasiin Koroonaa naannichatti miidhaa akka hin geessisneef hojii dursanii ittisuu hojjechaa jiraachuu…
Idil Addunyaa Walga’iin Ministiroota Gaanfa Afrikaa Jibuutiitti gaggeeffama jira Wabi Fufa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Walga’iin Ministiroota Gaanfa Afrikaa Jibuutiitti gaggeeffama jira Walga’iicharratti Ministiroonni Faayinaansii fi hoggantoonni hojii olaanoon Gaanfa…
Idil Addunyaa Israa’eelii fi Sudaan hariiroo biyyoota lamaanii calmaatti cimsuuf waligalan Obse Wakgari Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Israa’eelii fi Sudaan hariiroo biyyoota lamaanii calmaatti cimsuuf waligalaniiru. Muummeen Ministiraa Israa’eel Beenmiin Neetaaniiyaahuun daawwii…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad Proojaktii Gannaalee Daawwaa III ebbisiisan Wabi Fufa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Sirni eebbaa Proojaktii Gannaalee Daawwaa III guyyaa har’aa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffameera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Ummanni Oromoo ammaan booda aarsaa hin barbaachisne kaffaluu keessaa ba’uun misoomarratti… Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Godina Dhiha Baalee aanaa Dalloo Mannaa, ganda Malkaa Mannaatti proojaktiin misooma jallisii Walmal har’a ebbifameera. Muummee ministiraa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Gannaalee Daawwaa III ebbifame Sifen Megersa Feb 4, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2012(FBC) –Proojaktiin madda anniisaa elektirikaa Gannaalee Daawwaa ebbifame. Sirni eebbaa Proojaktii Gannaalee Daawwaa 3ffaan guyyaa har’aa bakka Muummeen…