Oduu biyya keessaa Gamoon Waldaa Aksiyoonii Biiftuu Addunyaa eebbifame Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2,2012 (FBC)- Waldaan Aksiyoonaa Biiftuu Addunyaa gamoo Birrii miiliyoona 200 oliin Magaalaa Dirree Daawaatti ijaarsise eebbisiise. Gamoon kun abbaa darbii 5 yoo…
Oduu biyya keessaa Hojiin Misooma Sululaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti eegalame Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Hojiin Misooma Sululaa fi Kunuunsa Qabeenya uummamaa bara 2012 Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti eegalamee jira. Guyyaa har’aa hojiin misooma…
Oduu biyya keessaa Fedhii geejjibaa guutuuf hojjetamuu qaba Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Ummataaf Fedhii geejjibaa guutuu fi gaaffiilee damichaan ka’u deebisuuf hojjetamuu qaba jedhame. Ministeerri Geejjibaa fi dhaabbileen qindoomaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa guddina Ardii Afrikaaf ANC waliin ni hojjeta Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa guddina Ardii Afrikaaf Paartii Koongiraasii Biyyooleessa Afrikaa Kibbaa (ANC) waliin murannoon kan hojjetu ta’uu Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad kabaja Ayyaana waggaa 108ffaa Paartii Koongiraasii Biyyooleessa Afrikaa Kibbaa… Obse Wakgari Jan 11, 2020 0 Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad kabaja Ayyaana waggaa 108ffaa Paartii Koongiraasii Biyyooleessa Afrikaa Kibbaa irratti hirmaataa jiru Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Daawwii…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin obbolummaa Amaaraa fi Afaar Samaraatti taa’ama Obse Wakgari Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) - Waltajjiin hariiroo obbolummaa ummattoota Amaaraa fi Afaar cimsu har’aa fi booru magaalaa Samaraatti taa'ama. Waltajjicharratti hirmaachuuf…
Fayyaa Yuunvarsiitiin Haramaayaa ogeeyyii yaalaa 239, Yuunvarsiitiin Maqalee ammoo 397 ebbisiise Obse Wakgari Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2,2012(FBC)- Yuunvarsiitiin Haramaayaa ogeeyyii yaalaa 239, Yuunvarsiitin Maqalee ammoo 397 ebbisiisera. Yuunvarsiitin Maqalee barattoota ogummaa…
Idil Addunyaa Iiraan xiyyaara Yuukreen dogoggoraan rukuttee kuffisuushee amante Obse Wakgari Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2,2012(FBC)- Iiraan xiyyaara Yuukreen dogoggoraan rukuttee kuffisuushee amante. Teehraan rukuttaan xiyyaarichaa dogoggoraan ta’uu amanteetti. Naannoon qilleensaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Afrikaa Kibbaa jiraatan waliin mari’atan Obse Wakgari Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2,2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Afrikaa Kibbaa jiraatan waliin mari'atan. Dooktar Abiy daawwii isanii Afrikaa Kibbaatin…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Harammaayaa barattoota 77 irratti tarkaanfii fudhate Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitiin Harammaayaa barattoota badii raawwatanii argaman 77 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise. Yuunvarsiitiin Harammayaa barattoota…