Idil Addunyaa Biyyoonni addunyaa bara haaraa Faranjootaa 2020 simatan Wabi Fufa Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Biyyoonni addunyaa bara haaraa Faranjootaa 2020 sirnoota garagaraa fi richiitii dhukaasuun simataniiru. Niiwzlaand, Awustiraaliyaa fi biyyoonni iddoo…
Idil Addunyaa Preezdaant Traamp Imbaasii Ameerikaa haleellameef Iiraan gatii kaffalti jedhan Wabi Fufa Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Iiraaqitti haleellameef Iiraan balaaleffatan. Haleellaa xiyyaaraa Ameerikaatiin miseensi…
Fayyaa Riippabliika Demokraatawa Koongootti Iiboolaan lubbuu namoota 2,231 galaafate Sifen Megersa Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Riippabliika Demokraatawa Koongootti dhibeen Iiboolaa lubbuu namoota kuma 2 fi 231 galaafate. Dhibichi waggaa tokko keessatti lubbuu namoota kuma 2 fi…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy misooma magariisaa qarqara lageenii naannoo Hoteela Sharaatan daawwatan Obse Wakgari Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad misooma magariisaa qarqara lageenii naannoo Hoteela Sharaatanitti deeggarsa mootummaa Chaayinaatin hojjetamaa…
Biiznasii Wixineen labsii eksaayiz taaksii haaraan fooyya’ee bahe meeshaalee tokko tokko irratt hir’ifama… Sifen Megersa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Taaksii dabalata galii fooyyeessuuf qorannoon gadi fageenyaan gaggeeffamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiseera. Kaayyoon taaksii dabalata galii…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa FDRI ergaa baga geessanii Ayyaana Qillee dabarsan Sifen Megersa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad ergaa baga geessanii Ayyaana qillee dabarsan. Dooktar Abiy Ahimaad hawaasa Addunyaa fi lammiilee…
Biiznasii Agarsiisaa fi baazaariin intarpiraayizootaa baname Obse Wakgari Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Agarsiisaa fi baazaariin intarpiraayizoota xixiqqaa biyyoolessaa Finfinneetti baname. Agarsiisichi Muddee 21 amma Muddee 27,2012tti kan turu ta'a.…
Oduu biyya keessaa Iityoo- Teeleekoom barattoota Yuunvarsiitiif deeggarsa maallaqaa taasisuuf Sifen Megersa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Iityoo- Teeleekoom barattoota Yuunvarsiitii mootummaa keessatti baratan kuma 4’f deeggarsa maallaqaa taasiisuf akka ta’e ifoome. Dhaabbanni Iityoo-…
Ispoortii Ijaarsi Istaadiyamii Idil Addunyaa Aday Ababaa %99 xumurameera Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Ijaarsi Istaadiyamii Idil Addunyaa Aday Ababaa %99 xumurameera. Istaadiyamichi guutummaan yammuu xumuramu teessodhaan namoota kuma 60 ol keessummeessuu…
Teeknooloojii Dargaggeessichi konkolaataa liitraan kiilo meetra 40 imalu hojjete Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Dargaggeessi lammii Ityoophiyaa ta'e, Konkolaataa liitra tokkoon kiilo meetra 40 imaluu dandeessu hojjete. Naannoo Kibbaa godina Walaayittaa magaalaa…