Miidhaa daa’immanii fi dubartoota irra ga’e hojiin adda baasu akka hojjetamu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti hojiin miidhaa daa’immanii fi dubartoota irra ga’e adda baasu akka hojjetamuu Biiroon Dhimmoota Daa’immanii fi Dubartootaa…