Oduu biyya keessaa Namoonni 7 vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) –Qorannaa sa'aa 24 gaggeeffameen namoonni 245 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen hojii hidhaa fi jallisii Kaaliid Dijoo Birrii biiliyoona 1.9 mallatteeffame Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Waliigalteen hojii proojaktii hidhaa fi jallisii Kaaliid Dijoo Birrii biiliyoona 1.9 ijaarramu mallatteeffame. Proojaktichi naannoo Kibbaa…
Teeknooloojii Ityoophiyaanonni 11 dorgommii kalaqa daldalaa Afrikaanotaa injifatan Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 11 dorgommii kalaqa daldalaa Afrikaanotaatin badhaafamuufi. Dorgommicharratti kan hirmaatan Afrikaanota kuma 1.…
Fayyaa Walharkaa fuudhinsi ambuulaansii gaggeeffame Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannoo Oromiyaa Ambuulaansoota 234 Ministeera Fayyaa Federaalaa waliin walharkaa fuudhinsa taasisu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun gitasaanii Kooriyaa Kibbaa waliin bilbilaan mari’atan Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw gitasaanii Kooriyaa Kibbaa Kaang Yuung Wuuhaa waliin bilbilaan mari'atan. Hariiroo…
Vaayrasiikoroonaa Hawaasatti warshaan oomisha saaniitaayzarii Birrii miiliyoona 3.5 oliin ijaarramaa ture hojii eegale Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Hawaasatti warshaan oomisha Saaniitaayzarii Birrii miiliyoona 3.5 oliin ijaarramaa ture hojii eegaluu ibsame. Baajata mootummaa fi…
Oduu biyya keessaa Liigiin dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Finfinnee biqiltuu dhaabe Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Miseensonni liigii dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Finfinnee biqiltuu dhaaban. Dhaabbiin biqiltuu kunis kutaa bulchiinsa Nifaas Silk…
Idil Addunyaa Weerarri vaayrasii koroonaa kisaaraa Doolaara biiliyoona 84 ol damee geejjiba qilleensarraan ga’uu… Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Weerarri vaayrasii koroonaa kisaaraa Doolaara biiliyoona 84 ol damee geejjiba qilleensarraan ga’uu danda’a jedhame. Bara kana sababa…
Idil Addunyaa Bashir Aal Aasaad Muummee Ministiraa Iimaad Kaamiis aangorraa kaasan Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Sooriyaa Bashir Aal Aasaad Muummee Ministiraa Iimaad Kaamiis aangorraa ari’an. Bara Faranjootaa 2016 eegale aangorra kan…
Balballoommii fi yaada Leenjiin ambaasaaddaroota muudamaniif kennamaa ture xumurame Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Leenjiin ambaasaaddaroota muudamaniif kennamaa ture xumurame. Biyyoota addaddaatti ambaasaaddaroota Ityoophiyaa bakka bu'aniif leenjiin…