Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Ambaasaaddara Sudaan Kibbaa waliin mari’tan Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ambaasaaddara Sudaan Kibbaa Jeemsi Moorgaan waliin mari’atan. Sudaan Kibbaa dhimma…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 103 ga’eera Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 103 ga’eera. Naannichaa qorannaa laabraatoorii sa’aa 24 darbetti namoota 887 gaggeeffameen…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Dabalataan Namoota 169 Irratti Vaayrasiin Koroonaa Argame Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 169 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa…
Oduu biyya keessaa Hidhaan haaroomsaa fedhii bishaanii Gibts waliin walitti hin bu’u Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Hidhaan haaroomsaa fedhii bishaani Gibts waliin kan walitti hin buune ta’uu Chaayinaan ni hubatti jedhan Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan. …
Oduu biyya keessaa Dhiiga arjoomuun cimee itti fufuu akka qabu waamichi dhiyaate Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Tattaaffii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu cinaatti dhiiga arjoomuun cimee itti fufuu akka qabu waamichi dhiyaate. Tattaaffii…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy Hawaasatti sagantaa ashaaraa magariisaa jalqabsiisan Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa magaalaa Hawaasaatti jalqabsiisan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Birrii miiliyoona 51 deeggarsa taasisan Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 51 deeggarsa taasisan. Deeggarsichi mindaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan ashaaraa magariisaa naannoo Oromiyaa eegalame Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Sagantaan ashaaraa magariisaa naannoo Oromiyaa godina shawaa Kibba Lixaa aanaa Wanciitti eegalame. Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obboo…
Idil Addunyaa Braaziliitti lakkoofsi namoota Covid- 19 du’anii kan Xaaliyaanii caale Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) –Lakkoofsi namoota Braaziliitti dhibee Covid- 19 du’anii kan Xaaliyaanii caaluu himame. Guyyaa kaleessaa qofa biyyattiitti namoonni kumn 1 fi…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Ashaaraa magariisaa of eeggannoo cimaan ni gaggeeffama – Obbo Nigusuu Xilahuun Sifen Megersa Jun 5, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa Ashaaraa magariisaa of eeggannoo cimaan kan gaggeeffamu ta’uu itti gaafatamaan Seekreetaariyaat Preesii Waajjira…