Viidiyoowwan Saatalaayitiin Ityoophiyaa hawaatti ergamuu ilaalchisee ergaa baga gammaddanii MM Dr Abiy Ahimad Obse Wakgari Dec 20, 2019 0 https://www.facebook.com/afaanoromoofana/videos/607838743297452/?t=0
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Shifarraaw ministira Dhimma Alaa Sudaan waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 20, 2019 0 Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Sudaanitti Ambaasaaddar Shifarraaw Jaarsoon ministira Ministeera Dhimma Alaa Sudaan Asmaa Mahaammad Abdallaa waliin mari'atan. Turmaata isaanitiin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan saatalaayitiishee jalqabaa gara hawaatti ergite Obse Wakgari Dec 20, 2019 0 Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan saatalaayitiishee jalqabaa gara hawaatti ergite. Saatalaayitittiin buufata furgugsaa saatalaayitii Chaayinaatii har'a ganama gara hawaatti…
Oduu biyya keessaa Koonfaransiin nageenya biyyoolessaa booru Finfinneetti adeemsifama Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) - Koonfaransiin nageenya biyyoolessaa boruu Finfinneetti adeemsifama. Koonfaransichis mata duree "Ityoophiyaa hunda keenyaf mijattuu taatu haa umnu"…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaa aanaa Qarsaatti dirreen dubbisaa fi qo’annaa 160 hojjetaman Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Qarsaatti dirreen barattootni itti dubbisanii fi qo'atan 160 hirmaannaa hawaasaa Birrii miiliyoona 10.2 qophaa'anii tajaajila kennuu…
Oduu biyya keessaa Kurmaana jalqabaatti invastimantii kallattii alaarraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 7 ol argameera Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Kurmaana jalqabaa bara kanaatti invastimantii kallattii alaarraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 7 ol argameera. Koomiishiniin Invastimantii Ityoophiyaa…
Ispoortii Leenjistoonni garee biyyoolessaa dubartoota Ityoophiyaa umrii waggaa 20 fi 17 gadii ifoome Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Leenjistoonni garee biyyoolessaa dubartoota Ityoophiyaa umrii waggaa 20 fi 17 gadii ifoome Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Ityoophiyaa leenjistoota…
Oduu biyya keessaa Daandiin keessoo Amboo waggaa afuriin dura eegalame hin xumuramne Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Daandiin aspaaltii keessoo magaalaa Amboo waggaa afuriin dura eegalame amma ammaatti hin xumuramne. Daandichi baajata Birrii miiliyoona dhibba 5 fi…
Oduu biyya keessaa Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan Waldaa Misooma Guraagee itti… Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan Waldaa Misooma Guraagee itti aanaa preezdaantii mootummaa naannoo Kibbaa obbo Ristuu…
Oduu biyya keessaa Hind misooma intarpiraayizii Ityoophiyaa deeggaruu akka barbaaddu beeksiste Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Hind misooma intarpiraayizoota xixiqqaa Ityoophiyaa deeggaruu akka barbaaddu beeksiste. Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tizzitaa Mulgeetaan ministira…