Oduu biyya keessaa Ayyaanni kadhata Kamisaa guyyaa har’aa kabajame Wabi Fufa Apr 16, 2020 0 Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Ayyaanni kadhata kamisaa hordooftoota amantaa kiristaanaan guyyaa har’aa sirnoota garagaraan kajameera. Ayyaanicha Manni Amantaa Ortodooksi…
Idil Addunyaa Biyyoonni miseensoota garee 20 yeroo kaffaltii liqii biyyoota hiyyeeyyii dheeressan Wabi Fufa Apr 16, 2020 0 Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Biyyoonni miseensoota garee 20 yeroo kaffaltii liqii biyyoota hiyyeeyyii dheeressuu beeksisan. Ministeeroonni maallaqaa biyyoota miseensoota garee 20…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti hanqinni dhiyeessii akka hin mudanneef hojjetamaa jira Sifen Megersa Apr 15, 2020 0 Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) - Ayyaana Hiikatti rakkoon dhiyeessii akka hin mudanneef hojjetamaa jiraachuu Eejansiin Misooma Gabaa Oromiyaa beeksise. Rakkoo weerara Vaayrasii koroonaan…
Vaayrasiikoroonaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa lubbuu namoota fayyisuurratti xiyyeeffata- Dooktar Teedroos Obse Wakgari Apr 15, 2020 0 Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa lubbuu namoota fayyisuu fi vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’aachurratti xiyyeeffaannoo akka laatuu Dooktar Teedroos Adhaanoom…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti tatamsa’ina vaayrasii koroonaa yeroo gabaa ayyaana Hiikaa hir’isuuf iddoon… Obse Wakgari Apr 15, 2020 0 Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti saaxilamummaa vaayrasii koroonaa yeroo gabaa ayyaana Hiikaa hir’isuuf iddooleen dhaaba horii dhaabbii ifoomeera. Yeroo gabaa…
Oduu biyya keessaa Naannichaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjiin hanga ammaatti hojjetame gaarii ta’uu… Obse Wakgari Apr 15, 2020 0 Finfinnee, Eebla 7, 2012 (FBC) - Taaks foorsiin weerara dhibee koroonaa ittisuuf akka naannoo Oromiyaatti hundaa’e raawwii hojii hanga ammatti jiru gamaaggamuun kallattii kaa’era. Walitti…
Oduu biyya keessaa Hawaasni vaayrasii koroonaa ittisuuf of eeggannoo cimaa gochuu qabu – Aadde Loomii Badhoo Obse Wakgari Apr 15, 2020 0 Finfinnee, Eebila 7,2012 (FBC) – Sochii Mootummaan Vaayrasii Koroonaa to’achuuf taasisaa jiru cinaatti hawaasni ofiin of eeguu akka qabu Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo…
Oduu biyya keessaa Zayta Nyaataa alaa galurratti sirreeffamni gatii taasifame Obse Wakgari Apr 15, 2020 0 Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Mootummaan Zayta Nyaataa alaa galurratti sirreeffama gatii taasisuu isa Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise. Ministeerichaatti Ministir deettaan…
Biiznasii Daldala Buna alaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 61 argame Obse Wakgari Apr 15, 2020 0 Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Daldala Buna alaarraa baatiiwwan 9 darbanitti galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miliiyoona 61 argamu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan ogeeyyii yaala fayyaa gara Ityoophiyaatti erguufi Obse Wakgari Apr 15, 2020 0 Finfinnee, Eebila 7,2012 (FBC) – Tattaaffii Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiftu deeggaruuf chaayinaan ogeeyyii yaala fayyaa gara Ityoophiyaatti erguufi jedhame.…