Oduu biyya keessaa Baasiin Zaman Finfinneetti tajaajila geejiba bilisaan laacha jira Wabi Fufa Apr 10, 2020 0 Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Baasiin Zaman Finfinneetti tajaajila geejiba bilisaan laacha jira. Baasiin Zaman Finfinneetti tajaajila geejiba bilisaan laachuu eegaluusa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI labsii yeroo ariifachiisaa raggaasise Wabi Fufa Apr 10, 2020 0 Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI labsii yeroo ariifachiisaa raggaasise. Manni marichaa walga’ii addaa har’a gaggeesseen, labsii yeroo ariifachiisaa…
Oduu biyya keessaa Korporeeshiniin Manneen Federaalaa kiraa manaa dhibbentaa 50’n hir’isuu beeksiise Wabi Fufa Apr 10, 2020 0 Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) - Korporeeshiniin Manneen Federaalaa kiraa manaa dhibbentaa 50'n hir'isuu beeksiise. Hoji gaggeessaan korporeeshinichaa obbo Rashaad Kamaal ibsa laataniin…
Idil Addunyaa Niwuyoork qofti namoota vaayrasi koroonaan qabaachun biyyoota hunda caalte Wabi Fufa Apr 10, 2020 0 Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) - Niwuyoork qofti namoota vaayrasi koroonaan qabaachun biyyoota hunda caalte. Ragaan reefu bahan akka agarsiisanitti Ameerikaatti kutaan biyya Niwuyoork…
Oduu biyya keessaa Gochi kamiiyyuu dhugummaan deebii mataa isaa qaba – MM FDRI Abiy Ahimad Sifen Megersa Apr 9, 2020 0 Gochi kamiiyyuu dhugummaan deebii mataa isaa qaba – MM FDRI Abiy Ahimad Finfinnnee 1, 2012(FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa gabaabaan Hidha haaroomsaa fi…
Oduu biyya keessaa Labsiin yeroo ariifachiisaa galma barbaaddameef ooluu qaba – Paartiilee siyyaasaa Sifen Megersa Apr 9, 2020 0 Finfinnnee 1, 2012(FBC) - Labsiin yeroo ariifachiisaa Ityoophiyaan ifoomsite galma barbaaddameef akka ga’u qaamni hundi ga’ee isaa ba’uu qaba jedhan hoggantoonni Paartiilee siyyaasaa.…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaanmanii qabamanii ariitiin dabalaa jira Sifen Megersa Apr 9, 2020 0 Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii ariitiin dabalaa jiraachuu himame. Addunyaarratti namoonni vaayrasii…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Burihaan waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 9, 2020 0 MM FDRI Abiy Ahimad Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Buriyaan waliin mari’atan. Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad duraa…
Oduu biyya keessaa Namoonni iddoo tursiisa addaa keessa turan 554 gara hawaasatti makaman Sifen Megersa Apr 9, 2020 0 Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Namoonni iddoo tursiisa addaa keessa turan 554 vaayrasichaarraa bilisa ta’uu isaaniin gara hawaasatti makaman jedhame. Guyyoota 14f iddoo…
Idil Addunyaa Minseensonni Maatii Mootoota Saa’ud Arabiyaa 150 ol vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Apr 9, 2020 0 Finfinnee, Eebila 1, 2012 (FBC) – Minseensonni Maatii Mootoota Saa’ud Arabiyaa 150 ol vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii ibsame. Saa’ud Arabiyaatti aanga’aa olaanaa tokko…