Sudaan Kibbaa namni jalqabaa vaayrasii koroonaa(COVID-19) qabamuu gabaaste
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Sudaan Kibbaa namni jalqabaa vaayrasii koroonaa(COVID-19) qabamuu gabaaste.
Dubartiin umurii 29 biyyatti keessatti yeroo duraaf vaayrasichaan…