Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Hasan sheek Mahaammud waliin mari’atan Tsehay Guluma Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gama Miidiyaa Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Kan kabajnu jijjiiramuu baraa qofa miti jijjiiramuu seenaa dabalateeti- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Kan kabajnu jijjiiramuu baraa qofa miti jijjiiramuu seenaa dabalateeti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Manni Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa sababeeffachuun ergaa… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Manni Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun ergaa gammachuu dabarsiteetti. Yaa’iin…
Teeknooloojii Jimmatti Wiirtuun Tajaajila Iddoo Tokkoo eegale Tsehay Guluma Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Sadarkaa Pirezidaantii itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastera Hawaasummaa obbo Saadaat Nashaan Magaalaa Jimmaatti Wiirtuu tajaajila…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe. Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har’arraa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan xumura dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara kanaa gaggeeffame Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Sagantaan xumura dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara kanaa Gubaatti gaggeeffameera. Dhaabbiin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaa mata duree '…
Oduu biyya keessaa Hawwiin Itiyoophiyaa barootaf ture dhugoome – obbo Tamasgeen Xurunaa Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Eebbifamuun Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hawwii Itiyoophiyaa barootaf ture dhugoomse jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa xumurame jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Murannoo Itiyoophiyaa fi carraa egeree…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Amantaalee Itiyoophiyaa Hidhi Haaromsaa eebbifamuu hordofee ergaa baga gammaddanii… Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Dhaabbileen Amantaalee Itiyoophiyaa Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa eebbifamuu hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Paatiriiyaarikiin Mana…
Ispoortii Seeraaliyoon 2 – 0 Itiyoophiyaa Sifen Megersa Sep 9, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2017(FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Seeraaliyooniin injifatame. Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 8ffaa har’a waaree booda…