Ammas taanaan qaama qalbii jijjiirateef balballi nagaa hin cufamne – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idilee 11ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Waggaa 5ffaa Galma Caffeetti gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…