Ispoortii Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaan injifatame Yonatan Birhanu Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) -Tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaan 0 fi 2'n injifatameera. Galagala sa'aatii 12 irraa eegalee…
Biiznasii Bara Faranjootaa 2026tti Dhaabbata Daldalaa addunyyatti miseensummaa Itiyoophiyaa milkaa’inaan… Yonatan Birhanu Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) - Bara Faranjootaa 2026tti Dhaabbata Daldalaa addunyyatti miseensummaa Itiyoophiyaa milkaa'inaan xumuruuf mareen geggeeffamaa jira jedhe Koreen Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa qonnaan bultoota buna oomishanii mirkaneessuuf hojjechaa jirra – obbo Addisuu… Yonatan Birhanu Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) - Hojiiwwan fooyya’iinsaa fayyadamummaa qonnaan bultoota buna oomishanii mirkaneessan hojjetamaa jiru jedhan Ministirri Qonnaa Obbo Addisuu Araggaa.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen qonnaan bultoonni eegalan badhaadhina Itiyoophiyaaf agarsiiftuudha – Obbo Addisuu… Tsehay Guluma Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC)- Hojiileen Qonnaan bultoonni oomishtummaa guddisuun jiruuf jireenya isaanii jijjiiruuf eegalan badhaadhina Itiyoophiyaaf agarsiiftuudha jedhan Ministirri…
Ispoortii Nagallee Arsii Magaalaa Dirre Dhawaa injifate Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Nagallee Arsiin Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 3 fi 0 injifate. Tapha biroon sa’aatii 9:00 irraa eegalee Magaalaan…
Teeknooloojii Dhaloota boru arguu danda’u horachuuf tekinooloojiin murteessaa dha– Obbo Adimaasuu Daamxoo Yonatan Birhanu Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Dhaloota boru arguu danda’u horachuuf tekinooloojiin murteessaa dha jedhan hoji-raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin Obbo Adimaasuu…
Oduu biyya keessaa Dhimma ulaa galaanaa irratti hundi waloon dhaabbachuun barbaachisaadha- Dooktar Geediyoon… Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Dhimma ulaa galaanaa irratti hundi waloon dhaabbachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiise Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Giddugalli Aadaa Oromoo amaataroota ogummaa garaagaraan marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera. Hogganaa itti aanaan Biiroo Aadaafi Tuuriziimii…
Oduu biyya keessaa Giddugaloonni baadiyyaa pilaaniin ijaaraman misooma waaraa magaalaaf utubaadha- Aadde Caaltuu… Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Giddugaloonni baadiyyaa pilaaniin ijaaraman misooma waaraa magaalaaf utubaadha jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu…
Teeknooloojii Waliin ga’iinsa Humna Ibsaa milkaa’ina Tarsiimoo Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’f… Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Ministeerri Bishaaniifi Inarjii Milkaa’ina Tarsiimoo Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’f humna ibsaa waliin ga’uuf hojjechaan jira jedhe. Ministeerichatti…