Oduu biyya keessaa Tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf waamicha dhiyaate Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa Hajjii Muuftii Idriis tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf waamicha dhiyeessan.…
Vaayrasiikoroonaa Chaayinaa Afrikaatti tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf meeshaalee qorannaa kuma 12 laatte Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Mootummaan Chaayinaa Afrikaatti tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf meeshaalee qorannaa kuma 12 laachuusaa Gamtaan Afrikaa beeksise. Gamtichatti…
Vaayrasiikoroonaa Dhaabbileen tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa taasisan Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Dhaabbileen garaagaraa tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa meeshalee qulqulliinaa taasisaniiru. Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa hojii…
Oduu biyya keessaa Tumsaan tamsa’ina vaayrasii koroonaa yaa ittisnu – Waajjira MM Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Tokkoon keenya kan biraatif gaachana ta'uudhan tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuu qabna jedhe Waajjirri Muummee Ministiraa. Waajjirichi ibsa…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen abbootii carraa manneen waliin jireenyaa marsaa 13ffaa waliin taasifamaa jiru, manneen… Wabi Fufa Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Waliigalteen abbootii carraa manneen waliin jireenyaa marsaa 13ffaa waliin taasifamaa jiru, manneen gaffii daangaa keessa jiran hin dabalatu jedhame.…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Sulultaa fi aanaan Haluu daldaltoota seeraan ala gatii dabalanirratti tarkaanfii fudhatan Wabi Fufa Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Magaalaan Sulultaa fi aanaan Haluu daldaltoota seeraan ala gatii dabalanirratti tarkaanfii fudhatan. Daldaltoota tamsa'ina vaayrasii koroonaa…
Oduu biyya keessaa naannoo Oromiyaatti tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjetama jira Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Godinaalee fi magaalonni naannoo Oromiyaa tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojiilee qulqullinaa hojjechaa jiru. Dargaggoonnii fi tola ooltonni…
Oduu biyya keessaa Qormaatamtoonni mana taa’anii qophii akka taasisan Ministeerri Barnootaa beeksise Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) - Qormaatamtoonni mana taa'anii qophii akka taasisan Ministeerri Barnootaa beeksise. Barattoonni kutaa 8ffaa barana qormaata naannoo fudhatanii fi…
Waajabila Faanaa Saree rimaa qamalee guddiftuu dhabde guddisaa jirtu Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Hinditti sareen takka qamalee guddiftuu dhabde guddisaa jirti. Haati qamalee xiqqoo kanaa jiraattonni naannichaa jaldeessaa fi qamaloota oomisharraa…
Oduu biyya keessaa Hojiin qorannaa, eeruu fudhachuu fi galmee qulqulleessuu kan itti fufu ta’a- Abbaan Alangee… Obse Wakgari Mar 19, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojiin idilee; qorannaa, eeruu fudhachuu fi galmee shakkamtootaa qulqulleessuu kan itti fufu ta'uu Abbaan Alangee…